-
Ibroota 5:1-3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Lubni ol aanaan namoota keessaa filatame kam iyyuu, bakka isaanii buʼee cubbuudhaaf kennaa fi aarsaa dhiheessuuf+ wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan irratti muudama.+ 2 Innis dadhabina mataa isaa waan qabuuf, warra wallaalota taʼanii fi warra dogoggoran* gara laafinaan* qabuu dandaʼa; 3 kanaan kan kaʼes, akkuma namoota sanaaf godhu, cubbuu ofii isaatiifis aarsaa dhiheessuu qaba.+
-