-
Leewwota 16:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “Inni gocha xuraaʼummaa Israaʼelotaa, yakka isaanii fi cubbuu isaanii ilaalchisee+ iddoo qulqulluu sanaaf araara haa argamsiisu; dunkaana walgaʼii isa warra gocha xuraaʼummaa raawwatan gidduutti argamu sanaafis wanta kana haa godhu.
-