-
Leewwota 8:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Museenis isa qalee dhiiga+ isaa irraa quba isaatiin fuudhee gaanfota iddoo aarsaa kallattii hundumaatiin argaman sana ni dibe; iddoo aarsaa sanas cubbuu irraa ni qulqulleesse; dhiiga isa hafe garuu iddoo aarsaa jalatti dhangalaase; akka kanaan achi irratti araarri akka argamuuf iddoo aarsaa sana qulqulleesse.
-
-
Leewwota 16:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 “Sana booda gara iddoo aarsaa+ isa Yihowaa dura jiruutti gad baʼee iddoo aarsaa sanaaf araara ni argamsiisa; achiis dhiiga jibicha sanaa fi dhiiga reʼee sanaa irraa muraasa fuudhee gaanfota iddoo aarsaa kallattii hundumaatiin argaman sana ni diba.
-