Baʼuu 29:10, 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Jibicha sana dunkaana walgaʼii duratti dhiheessita; Aaronii fi ilmaan isaas harka isaanii mataa jibicha sanaa irra ni kaaʼu.+ 11 Jibicha sana balbala dunkaana walgaʼii irratti Yihowaa duratti qali.+
10 “Jibicha sana dunkaana walgaʼii duratti dhiheessita; Aaronii fi ilmaan isaas harka isaanii mataa jibicha sanaa irra ni kaaʼu.+ 11 Jibicha sana balbala dunkaana walgaʼii irratti Yihowaa duratti qali.+