-
Leewwota 20:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Namni tokko haadha manaa ilma isaatii wajjin yoo ciise lamaan isaanii iyyuu mamii tokko malee haa ajjeefaman. Isaan wanta uumamaa ala taʼe raawwataniiru. Dhiigni isaanii mataa isaanii irra ni taʼa.+
-