-
Keessa Deebii 22:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “Maasii wayinii kee irratti sanyii gosa lama hin facaasin.+ Taʼuu baannaan garuu, oomishni sanyii facaaste irraa argamu hundii fi oomishni maasii wayinii sana irraa argamu hundi iddoo qulqulluutiif kan kennamu ni taʼa.
-