Baʼuu 23:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Nama biyya ormaa hin cunqursin. Isinis biyya Gibxii keessatti nama biyya ormaa waan turtaniif, nama biyya ormaa taʼuun miira akkamii akka namatti uumu* beektu.+
9 “Nama biyya ormaa hin cunqursin. Isinis biyya Gibxii keessatti nama biyya ormaa waan turtaniif, nama biyya ormaa taʼuun miira akkamii akka namatti uumu* beektu.+