-
Baʼuu 21:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 “Heerawwan ati isaaniif dabarsitu kanneen kana dha:+
-
-
Keessa Deebii 5:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis Museen guutummaa Israaʼeliin waamee akkana isaaniin jedhe: “Yaa Israaʼel, dambiiwwanii fi heerawwan ani harʼa isin beeksisu kana dhagaʼaa, isaan baradhaa, akkasumas of eeggannoodhaan hojii irra oolchaa.
-