-
Baʼuu 29:44Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
44 Ani dunkaana walgaʼii sanaa fi iddoo aarsaa sana nan qulqulleessa; anaaf luboota taʼanii akka tajaajilaniifis Aaronii fi ilmaan isaa nan qulqulleessa.+
-