-
Leewwota 10:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Achiis Museen Aaroniin, akkasumas Eleʼazaarii fi Itaamaar warra ilmaan Aaron taʼan kaaniin akkana jedhe: “Isin akka hin duunee fi Waaqayyo guutummaa yaaʼichaatti akka hin dheekkamneef, mataa keessan filachuu hin dhiisinaa yookiin uffata keessan hin tarsaasinaa.+ Guutummaan mana Israaʼel warri obboloota keessan taʼan namoota Yihowaan ibiddaan ajjeese sanaaf ni booʼu.
-