-
Baʼuu 28:38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
38 Inni adda Aaron irra ni taʼa; yommuu namni tokko wantoota qulqulluu, jechuunis wantoota Israaʼelonni akka kennaawwan qulqulluutti yeroo fidanitti qulqulleessan sana irratti cubbuu raawwatu, Aaron itti gaafatamummaa isaa ni fudhata.+ Isaan Yihowaa duratti fudhatama akka argataniif, inni yeroo hunda adda isaa irra taaʼuu qaba.
-
-
Lakkoofsa 18:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Kennaawwan qulqulluu taʼanii isiniif kennaman hundumaa keessaa+ warra hunda irra caalan irraa buusii akaakuu hundumaa Yihowaadhaaf ni kennitu.’
-