-
Lakkoofsa 15:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Namoonni utuu inni qoraan funaanuu isa argan sunis gara Musee, gara Aaronii fi gara guutummaa yaaʼichaatti isa fidan.
-
-
Lakkoofsa 15:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Kanaafuu, akkuma Yihowaan Musee ajajetti guutummaan yaaʼichaa buufatichaa alatti isa baasee hamma inni duʼutti namicha dhagaadhaan ni tume.
-