LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 27:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Waggaa Iyyobeeliyyuuttis maasichi namicha inni irraa bitate sanaaf, jechuunis abbaa lafichaatiif ni deebiʼa.+

  • Lakkoofsa 36:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Saba Israaʼeliif Iyyobeeliyyuun+ yommuu taʼutti, dhaalli dubartoota kanaa dhaala gosa namoota isaan itti heerumaniitti ni dabalama; akka kanaan dhaalli isaanii dhaala gosa abbootii keenyaa irraa ni fudhatama.”

  • Keessa Deebii 15:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Yeroo hundumaa dhuma waggaa torbaffaatti liqii nama irraa qabdu isaaf dhiisi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi