Leewwota 19:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Nama hin gowwoomsin,+ akkasumas hin saamin.+ Mindaa nama mindeeffamee hojjetu tokkoo hamma ganamaatti of bira hin bulchin.+ Fakkeenya 22:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Waanuma hiyyeessa taʼeef isa hiyyeessa hin saamin,+Karra magaalaa durattis rakkataa hin cunqursin,+
13 Nama hin gowwoomsin,+ akkasumas hin saamin.+ Mindaa nama mindeeffamee hojjetu tokkoo hamma ganamaatti of bira hin bulchin.+
22 Waanuma hiyyeessa taʼeef isa hiyyeessa hin saamin,+Karra magaalaa durattis rakkataa hin cunqursin,+