-
Leewwota 25:50Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
50 Inni yeroo waggaa itti isaaf of gurgure irraa jalqabee hamma waggaa Iyyobeeliyyuutti+ jiru namicha isa bite sanaa wajjin haa shallagu; maallaqni itti gurgurame sunis baayʼina waggoota sanaa wajjin wal qixa ni taʼa.+ Guyyoonni hojii yeroo gurguramee turetti inni itti hojjete gatii hojjetaa mindeeffamee hojjetu tokkootiin isaaf ni shallagamu.+
-