-
Iyyaasuu 9:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Geggeessitoonni sun itti dabaluudhaan, “Lubbuudhaan haa jiraatan; garuu guutummaa yaaʼichaatiif warra qoraan funaananii fi bishaan waraaban haa taʼan” jedhan. Waadaan geggeessitoonni sun isaaniif galan kana ture.
-