-
Daaniʼel 3:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yaa mootii, utuma inni nu oolchuu dhiisee illee, nuti waaqolii kee akka hin tajaajille yookiin siidaa warqii ati dhaabde akka hin waaqeffanne beeki.”+
-
-
1 Qorontos 10:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamoo, waaqolii tolfamoo waaqeffachuu irraa baqadhaa.+
-