Miikiyaas 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Tokkoon tokkoon isaanii muka wayinii isaanii fi muka harbuu isaanii jala ni taaʼu,*+Eenyu iyyuu isaan hin sodaachisu,+Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa kana dubbateera.
4 Tokkoon tokkoon isaanii muka wayinii isaanii fi muka harbuu isaanii jala ni taaʼu,*+Eenyu iyyuu isaan hin sodaachisu,+Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa kana dubbateera.