LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 4:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Lubichis quba isaatiin dhiiga aarsaa cubbuutiif dhihaatu irraa muraasa fuudhee gaanfota iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu sanaa ni diba;+ dhiiga isaa isa hafe immoo iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu jalatti ni dhangalaasa.+

  • Leewwota 16:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Sana booda gara iddoo aarsaa+ isa Yihowaa dura jiruutti gad baʼee iddoo aarsaa sanaaf araara ni argamsiisa; achiis dhiiga jibicha sanaa fi dhiiga reʼee sanaa irraa muraasa fuudhee gaanfota iddoo aarsaa kallattii hundumaatiin argaman sana ni diba.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi