LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 24:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Sana booda kitaaba kakuu sana fuudhee sagalee isaa ol kaasee sabichaaf dubbise.+ Isaanis, “Wanta Yihowaan dubbate hundumaa raawwachuuf fedhii qabna; ni ajajamnas” jedhan.+

  • Keessa Deebii 31:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Kunoo, ati duʼuuf* jetta; sabni kun biyya dhaqaa jiru keessatti waaqolii ormaa warra naannoo isaatti argamanii wajjin karaa hafuuraa sagaagalummaa raawwachuu ni jalqaba.+ Isaan na dhiisu,+ kakuu ani isaanii wajjin gales ni cabsu.+

  • Ibroota 8:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 ‘Kunis akka kakuu isa yeroon biyya Gibxiitii isaan baasuuf+ harka isaanii qabetti abbootii isaanii wajjin gale sanaa miti; sababiin isaas, isaan kakuu kootti jabaatanii hin dhaabbanne; kanaafuu, anis isaaniif yaaduu nan dhiise’ jedha Yihowaan.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi