-
1 Mootota 18:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Namoonni kun jiboota lama nuuf haa kennan; raajonni Baʼaal jibicha tokko filatanii kukkutanii qoraanicha irra haa kaaʼan; garuu ibidda itti qabsiisuu hin qaban. Ani immoo jibicha isa kan biraa qopheessee qoraanicha irra nan kaaʼa; garuu ibidda itti hin qabsiisu.
-