Keessa Deebii 32:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Isaan beela irraa kan kaʼe ni dadhabu;+Dhaqna gubaa cimaa taʼee fi badiisa hamaadhaan ni nyaatamu.+ Ani ilkaan bineensotaa,Summii uumamawwan lafa irra loʼaniis isaanitti nan erga.+ Ermiyaas 15:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 “Yihowaan akkana jedha: ‘Balaawwan afur* isaan irratti nan ajaja;+ akka ajjeesuuf goraadee, harkisanii akka gataniif saroota, akkasumas akka nyaatanii fi akka balleessaniif allaattiiwwan samii fi bineensota lafaa nan ajaja.+
24 Isaan beela irraa kan kaʼe ni dadhabu;+Dhaqna gubaa cimaa taʼee fi badiisa hamaadhaan ni nyaatamu.+ Ani ilkaan bineensotaa,Summii uumamawwan lafa irra loʼaniis isaanitti nan erga.+
3 “Yihowaan akkana jedha: ‘Balaawwan afur* isaan irratti nan ajaja;+ akka ajjeesuuf goraadee, harkisanii akka gataniif saroota, akkasumas akka nyaatanii fi akka balleessaniif allaattiiwwan samii fi bineensota lafaa nan ajaja.+