Hisqiʼel 5:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “‘Ani isaan balleessuuf, xiyya beelaa isa duʼa geessisu isaanitti nan erga. Xiyyi ani isinitti ergu sun isin onsa.+ Karaa nyaata ittiin argattan cufuudhaan* beelichi caalaatti akka isinitti hammaatu nan godha.+
16 “‘Ani isaan balleessuuf, xiyya beelaa isa duʼa geessisu isaanitti nan erga. Xiyyi ani isinitti ergu sun isin onsa.+ Karaa nyaata ittiin argattan cufuudhaan* beelichi caalaatti akka isinitti hammaatu nan godha.+