14 ‘Ani saboota isaan sana dura hin beekne hundumaa gidduutti bubbee cimaadhaan isaan nan bittinneesse;+ biyyattiinis ona taate; namni ishii keessa darbus taʼe gara ishiitti deebiʼu hin jiru ture;+ sababiin isaas, isaan biyya bareedduu taate gara wanta sodaachisaatti jijjiiraniiru.’”