-
Leewwota 27:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Ajajawwan Yihowaan Gaara Siinaa irratti karaa Musee Israaʼelotaaf kenne kanneen kana dha.+
-
-
Keessa Deebii 6:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 “Isin gara biyya dhaalaan fudhattanitti yommuu ceetan akka isaan eegdaniif, ajajawwan, dambiiwwanii fi heerawwan Waaqni keessan Yihowaan isin barsiisuuf kenne kanneen kana dha;
-