LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 21:2-4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis dubartii hiyyeettiin abbaan manaa irraa duʼe tokko saantima xixinnoo gatii gad aanaa qaban* lama yommuu buustu arge;+ 3 yeroo kanatti akkana jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, dubartii hiyyeettiin abbaan manaa irraa duʼe tun hunda isaanii caalaa buuste.+ 4 Sababiin isaas, hundi isaanii wanta isaan irraa hafe buusan; ishiin garuu hiyyeettii taatus wanta ittiin jiraattu hundumaa+ buuste.”

  • 2 Qorontos 8:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sababiin isaas, jalqaba fedhiin yoo jiraate, kennaan nama tokkoo keessumaa fudhatama kan argatu, hamma qabuun yoo kenne malee,+ hamma hin qabneen yoo kenne miti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi