-
Leewwota 27:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Horiin sun xuraaʼaa+ taʼuu isaatiin kan kaʼe Yihowaadhaaf aarsaa taʼee dhihaachuu hin dandaʼu yoo taʼe, inni horii sana lubicha dura ni dhaabbachiisa. 12 Sana booda lubichi horiin sun gaariis taʼe badaa gatii isaa ni shallaga. Gatiin lubichi shallage sunis gatii horii sanaa ni taʼa.
-