-
Leewwota 25:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Baayʼina waggoota Iyyobeeliyyuu booda jiranii tilmaama keessa galchuudhaan nama tokko irraa biti; innis baayʼina waggoota oomishaa hafanii tilmaama keessa galchee sitti haa gurguru.+ 16 Inni sitti gurguraa kan jiru lakkoofsa waggoota oomishni irraa galfamuun waan taʼeef, waggoonni hafan hedduu yoo taʼan gatii gurgurtaa isaa haa dabalu; waggoonni hafan muraasa yoo taʼan immoo gatii gurgurtaa isaa haa hirʼisu.
-