LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 27:11-13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Horiin sun xuraaʼaa+ taʼuu isaatiin kan kaʼe Yihowaadhaaf aarsaa taʼee dhihaachuu hin dandaʼu yoo taʼe, inni horii sana lubicha dura ni dhaabbachiisa. 12 Sana booda lubichi horiin sun gaariis taʼe badaa gatii isaa ni shallaga. Gatiin lubichi shallage sunis gatii horii sanaa ni taʼa. 13 Namichi horii sana deebisee bituu yoo barbaade garuu, gatii shallagame sana irratti harka shan keessaa harka tokko dabalee haa kennu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi