-
Lakkoofsa 21:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Kanaan kan kaʼes Israaʼel, “Ati saba kana harka kootti dabarsitee yoo kennite, ani mamii tokko malee magaalota isaanii haxaaʼee nan balleessa” jedhee Yihowaadhaaf wareega wareege.
-