LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 3:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Bakka angafoota Israaʼelotaa hundumaa Leewwota adda naaf baasi;+ bakka beeladoota Israaʼelotaa warra dura dhalatan hundumaas beeladoota Leewwotaa adda baasi;+ ani Yihowaa dha.”

  • Lakkoofsa 3:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 “Bakka angafoota Israaʼelotaa hundumaa Leewwota adda baasi; bakka beeladoota isaaniis beeladoota Leewwotaa adda baasi; Leewwonni kan koo ni taʼu. Ani Yihowaa dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi