LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 30:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Achiis Liyaan, “Gammachuu guddaa akkamii ti! Dubartoonnis ani dhugumaan gammadduu akkan taʼe ni dubbatu”+ jette. Kanaafuu, maqaa isaa Asheer*+ jettee moggaaste.

  • Uumama 35:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Ilmaan inni Zilfaa ishii tajaajiltuu Liyaa taate irraa dhalche immoo Gaadii fi Asheer turan. Kanneen kun ilmaan Yaaqoob warra Phaadaan Aaraamitti isaaf dhalatani dha.

  • Uumama 46:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Ilmaan Asheer,+ Yimnaa, Yishwaa, Yishwii fi Beriʼaa turan; obboleettiin isaanii immoo Seeraa turte.

      Ilmaan Beriʼaa, Hebeerii fi Maalkiʼel turan.+

  • 1 Seenaa Baraa 7:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Ilmaan Asheer, Yimnaa, Yishwaa, Yishwii fi Beriʼaa turan;+ obboleettiin isaanii immoo Seeraa turte.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi