-
Lakkoofsa 33:54Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
54 Maatiiwwan keessaniif lafattii dhaala godhaatii carraadhaan+ hiraa. Gareewwan guguddaa taʼaniif dhaala hedduu, gareewwan xixinnoo taʼaniif immoo dhaala xinnoo kennaa.+ Namni hundi bakka carraan isaa irra buʼe ni dhaala. Isinis akka gosoota abbootii keessaniitti lafa keessan dhaala gootanii ni fudhattu.+
-