-
Baʼuu 13:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Faraʼoon didaa taʼuudhaan nu gadhiisuu yommuu didetti,+ Yihowaan ilmaan angafaa namootaa irraa jalqabee hamma horii jalqaba dhalateetti, angafa biyya Gibxii keessa ture hundumaa ni ajjeese.+ Ani dhiirota angafa taʼan* hundumaa Yihowaadhaaf aarsaa kanan godhuu fi ilmaan koo keessaa warra angafa taʼan hundumaa kanan furu kanaafi.’
-