Lakkoofsa 26:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Zelofehaad ilmi Hefeer ijoollee durbaa malee ijoollee dhiiraa hin qabu ture;+ maqaan ijoollee durbaa Zelofehaad+ Maahlaa, Noh, Hoglaa, Miilkaa fi Tirzaa ture.
33 Zelofehaad ilmi Hefeer ijoollee durbaa malee ijoollee dhiiraa hin qabu ture;+ maqaan ijoollee durbaa Zelofehaad+ Maahlaa, Noh, Hoglaa, Miilkaa fi Tirzaa ture.