Keessa Deebii 31:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Achiis Museen Iyyaasuu waamee guutummaa Israaʼel duratti akkana isaan jedhe: “Saba kana gara biyya Yihowaan abbootii isaaniitiif kennuuf isaaniif kakatetti kan galchu si waan taʼeef, onnadhu, cimis;+ ati biyyattii dhaalaan isaaniif ni kennita.+
7 Achiis Museen Iyyaasuu waamee guutummaa Israaʼel duratti akkana isaan jedhe: “Saba kana gara biyya Yihowaan abbootii isaaniitiif kennuuf isaaniif kakatetti kan galchu si waan taʼeef, onnadhu, cimis;+ ati biyyattii dhaalaan isaaniif ni kennita.+