LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 29:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Daakuu bullaaʼaan safartuu eefaa* tokko keessaa harka kudhan keessaa harki tokko inni zayitii qulqulluu ejersa tumame irraa argamu hiinii* tokko keessaa harka afur keessaa harka tokkoo wajjin makame, akkasumas aarsaan dhugaatii wayinii hiinii tokko harka afur keessaa harki tokko xobbaallaa hoolaa isa jalqabaa wajjin ni dhihaata.

  • Lakkoofsa 15:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 namni aarsaa isaa dhiheessu, aarsaa midhaanii daakuu bullaaʼaa+ eefaa* tokko keessaa harka kudhan keessaa harka tokko taʼee fi zayitii hiinii* tokko keessaa harka afur keessaa harka tokkoon makame Yihowaadhaaf haa dhiheessu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi