-
Leewwota 1:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Inni marʼimaan isaa fi luka isaa bishaaniin ni dhiqa; lubichi guutummaa isaa dhiheessee iddoo aarsaa irratti akka aaru ni godha. Kunis aarsaa gubamu, jechuunis aarsaa ibiddaan dhihaatu isa urgaan isaa Yihowaa gammachiisu* dha.
-