-
Leewwota 23:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Haa taʼu malee, guyyaa torbaaf aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu ni dhiheessitu. Guyyaa torbaffaatti walgaʼii qulqulluun ni taʼa. Guyyaa sanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa.”’
-
-
Keessa Deebii 16:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Guyyaa jaʼaaf maxinoo nyaadhu; guyyaa torbaffaatti Waaqa kee Yihowaadhaaf walgaʼii qulqulluun ni taʼa. Hojiis hin hojjetin.+
-