LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 23:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Hamma guyyaa Sanbata torbaffaa booda jiruutti guyyaa 50 ni lakkooftu;+ achiis aarsaa midhaan haaraa Yihowaadhaaf dhiheessaa.+

  • Leewwota 23:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Guyyaa kanatti ofii keessaniif walgaʼii qulqulluu ni labsitu.+ Hojii cimaa akkamii iyyuus hin hojjetinaa. Kun, bakka jiraattan hundumaatti dhaloota keessan hundumaatiif dambii dhaabbataa taʼe dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi