Leewwota 23:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Hamma guyyaa Sanbata torbaffaa booda jiruutti guyyaa 50 ni lakkooftu;+ achiis aarsaa midhaan haaraa Yihowaadhaaf dhiheessaa.+ Leewwota 23:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Isinis xobbaallaa reʼee tokko aarsaa cubbuutiif,+ hoolota xobbaallaa kormaa waggaa tokko taʼan lama immoo aarsaa gamtaatiif dhiheessaa.+
16 Hamma guyyaa Sanbata torbaffaa booda jiruutti guyyaa 50 ni lakkooftu;+ achiis aarsaa midhaan haaraa Yihowaadhaaf dhiheessaa.+
19 Isinis xobbaallaa reʼee tokko aarsaa cubbuutiif,+ hoolota xobbaallaa kormaa waggaa tokko taʼan lama immoo aarsaa gamtaatiif dhiheessaa.+