-
Leewwota 23:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Guyyaa torbaaf aarsaa ibiddaan dhihaatu Yihowaadhaaf dhiheessaa. Guyyaa saddeettaffaatti walgaʼii qulqulluu kabajaa;+ aarsaa ibiddaan dhihaatus Yihowaadhaaf dhiheessaa. Guyyichi guyyaa walgaʼii qulqulluu ti. Guyyaa kanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa.
-