LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 22:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Museen walakkaa gosa Minaaseetiif Baashaan+ keessatti dhaala kennee kan ture yeroo taʼu, Iyyaasuun immoo Yordaanos irraa kallattii dhihaatiin+ obboloota isaanii wajjin walakkaa gosa Minaasee isa hafeef lafa ni kenne. Kana malees, Iyyaasuun yeroo gara dunkaana isaaniitti isaan geggeessetti isaan eebbisee, 8 “Qabeenya hedduu, horiiwwan hedduu, meetii fi warqii, sibiila diimaa fi sibiila, akkasumas uffata baayʼee hedduu taʼe fudhadhaatii gara dunkaanota keessaniitti deebiʼaa.+ Wanta diinota keessan irraa boojitan fudhadhaatii obboloota keessanii wajjin hiradhaa”+ isaaniin jedhe.

  • 1 Saamuʼel 30:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yaada kana irratti eenyutu isinii wajjin walii gala? Qoodni namni gara waraanaatti gad buʼe argatuu fi namni miʼa eege argatu tokko dha.+ Hundi isaanii iyyuu qooda ni qabaatu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi