Lakkoofsa 13:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yommuu Sulula* Eshkool+ gaʼanitti, damee firii wayinii walitti tuutaʼe qabuu fi namoota lamaan uleedhaan baatamu tokko bakka sanaa ni kutan; akkasumas romaanii fi harbuu muraasa ni fidan.+ Keessa Deebii 1:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Isaanis kaʼanii gara naannoo gaarotaatti ol baʼanii+ hamma Sulula* Eshkoolitti qajeeluudhaan biyyattii ni basaasan.
23 Yommuu Sulula* Eshkool+ gaʼanitti, damee firii wayinii walitti tuutaʼe qabuu fi namoota lamaan uleedhaan baatamu tokko bakka sanaa ni kutan; akkasumas romaanii fi harbuu muraasa ni fidan.+
24 Isaanis kaʼanii gara naannoo gaarotaatti ol baʼanii+ hamma Sulula* Eshkoolitti qajeeluudhaan biyyattii ni basaasan.