LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 22:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Amma Waaqni keessan Yihowaan akkuma waadaa isaaniif galetti obboloota keessaniif boqonnaa kenneera.+ Kanaafuu, amma gara dunkaanota keessan warra biyya Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe akka dhaaltaniif Yordaanos gamatti* isiniif kenne keessa jiranitti deebiʼuu dandeessu.+

  • Iyyaasuu 22:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Sana booda Ruubenonni, Gaadonnii fi walakkaan gosa Minaasee Israaʼelota kaan biraa, jechuunis Shiiloo ishii biyya Kanaʼaan keessatti argamtu irraa kaʼanii gara biyya Giiliyaad+ ishii dhaala isaanii taatee fi ajaja Yihowaan Museedhaaf kenneen keessa buufatanii turanitti deebiʼan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi