-
Lakkoofsa 32:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Boodas isaan gara isaa deemanii akkana jedhan: “Bakka kanatti horiiwwan keenyaaf dallaa dhagaa, ijoollee keenyaaf immoo magaalota haa ijaarru.
-
-
Lakkoofsa 32:34-38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Ilmaan Gaad magaalota Diboon,+ Ataarot,+ Aroʼer,+ 35 Atroot Shoofaan, Yaazeer,+ Yogbehaa,+ 36 Beet Nimraa+ fi Beet Kaaraan+ warra dallaa dhagaa qaban ni ijaaran;* akkasumas bushaayeewwan isaaniitiif dallaawwan dhagaa ni ijaaran. 37 Ilmaan Ruuben immoo magaalota Heshboon,+ Eleʼaalee,+ Qiriyaataayim,+ 38 Neboo+ fi Baʼaal Meʼoon+ warra maqaan isaanii jijjiirame, akkasumas Sibmaa ni ijaaran; magaalota deebisanii ijaaran sanas maqaa isaanii ni jijjiiran.
-