-
Iyyaasuu 22:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Museen walakkaa gosa Minaaseetiif Baashaan+ keessatti dhaala kennee kan ture yeroo taʼu, Iyyaasuun immoo Yordaanos irraa kallattii dhihaatiin+ obboloota isaanii wajjin walakkaa gosa Minaasee isa hafeef lafa ni kenne. Kana malees, Iyyaasuun yeroo gara dunkaana isaaniitti isaan geggeessetti isaan eebbisee,
-