-
Baʼuu 15:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Sana booda isaan gara Eeliim isa burqaawwan bishaanii 12 fi mukeetii meexxii 70 qabutti ni dhufan. Achittis bishaanicha bira buufatan.
-