Lakkoofsa 9:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yeroo duumessichi dunkaanicha irraa kaʼu hundumaatti, Israaʼelonni yeruma sana kaʼanii deemu turan;+ bakka duumessichi turutti immoo Israaʼelonni ni buufatu turan.+
17 Yeroo duumessichi dunkaanicha irraa kaʼu hundumaatti, Israaʼelonni yeruma sana kaʼanii deemu turan;+ bakka duumessichi turutti immoo Israaʼelonni ni buufatu turan.+