Lakkoofsa 21:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Isaanis biyya Edoom+ irra naannaʼanii deemuuf Gaara Hoor+ irraa kaʼanii karaa Galaana Diimaatiin deemuu isaanii itti fufan; kanaafuu, sabichi* adeemsa sanaan kan kaʼe ni butute.
4 Isaanis biyya Edoom+ irra naannaʼanii deemuuf Gaara Hoor+ irraa kaʼanii karaa Galaana Diimaatiin deemuu isaanii itti fufan; kanaafuu, sabichi* adeemsa sanaan kan kaʼe ni butute.